Finfinnee, Amajjii 16/2025 – Manni Murtii Aanaa Aksum ajaja manneen barnootaa magaalattii shan barattoonni muslimaa hijaaba uffatanii mooraa mana barumsaa akka hin seenne dabarsan ugguramee akka turu ...
Tuutni Gadaa Karrayyuu shanan Muddee 2024 keessa sirna Buttaa Qaluu yeroo raawwatan (Suuraa: Kominikeeshinii Aanaa Fantaallee) Finfinnee, Amajjii 24/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa ...
Finfinnee, Amajjii 03/2025 – Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Tigraay dhimma barattoota musliimaa Naannoo Tigraay magaalaa Aksuumitti hijaaba uffatanii akka… ...
Finfinnee, Muddee 10/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Lixaa aanaa Dagaa Daamoot magaala Faras Beetiitti hoggantoonni sadarkaa aanaa fi gandaa 37 hidhattootaan ajjeefamuu jiraattonni Addis ...
Addis Abeba – In mid-January 2025, Human Rights Watch (HRW) published its overview of the human rights situation in Ethiopia for 2024. The report stated that human rights continue to be violated, ...
Finfinnee, Amajjii 30/2024 – Naannoo Oromiyaatti waamicha lagannaa gabaa fi uggura geejjibaa marsaa lammataaf Dilbata Amajjii 28 galgala irraa eegalee labsameen wal-qabatee kutaalee Oromiyaa gara ...
Finfinnee, Guraandhala 14/2024 – Ministeerri Barnootaa jijjiirama imaammata gurguddaa waggoota dhufan keessatti qulqullina barnoota ni fooyyeessu jedhee gara hojiitti seenuus haala bulchiinsa sirna ...
Finfinnee, Muddee 23, 2024 – Naannoo Kibba Itoophiyaa aanaa Gorkaa ganda Qoreetti haleellaa hidhattoonni guyyaa kaleessaa raawwataniin qonnaanbultoonni lama “haala sukaneessaan” ajjeefamuu aanga’aafi ...
Addis Abeba– Puntland police have denied reports that Ethiopian nationals were killed in the region, calling the claims “false.” However, they acknowledged that a “minor incident” involving people ...
Finfinnee – Mariin marsaa lammaffaa nageenyaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Biisummaa Oromoo (WBO) gidduutti ji’a darbe keessa eegalamee ture Oromiyaa keessatti qofa osoo hin taane guutuu ...
Addis Abeba– The House of People’s Representatives appointed Berhanu Adelo as the Chief Commissioner of the Ethiopian Human Rights Commission (EHRC) on 30 January 2025, filling the position left ...
Finfinnee, Sadaasa 22/2024 – Naannoo Amaaraatti walitti bu’iinsa humnoota nageenyaa mootummaa fi hidhattoota Faannoo gidduu deemaa jiruun baqattoonni Eertiraa fi Sudaan kaampii baqattootaa garagaraa ...