Seenaa isaanii magaalaa lixa Oromiyaarraa ka’ee biyyoota addunyaa waliin gahe nuu qoodaniiru. Dhiyaadhaa! Maqaan koo Ballaxach Dheeressaa Saasiggaa dha, warri Oromoo immoo Caaltuu naan jedhu.